Naannoo Ayaat.
25,000,000 Birr

Kush Electronics
Mana Jireenyaa Gurgurtaaf dhiyaate. Gamoo Abbaa Darbii 3 fi Asfaaltii bira Misooma koriidarii haaraa irraa bilisa kan ta'e. Bakki:Naannoo Ayaat. Ground Floor: Lafa irratti - konkolaataa lama dhaabuun ni danda'ama. - mana fincaanii guutuu tokko, . - kutaa ciisichaa hojjettootaa tokko, - kushiinaa guddaa tokko, . - kutaa kuusaa nyaataa tokko, . - kutaa kuusaa meeshaa tokko, . - bakka dhaabbii konkolaataa gaarii, - bakka magariisaa biqiltootaa gaarii 1rst Floor:Darbii 1ffaa irratti - Kutaa Saalonii guddaa - Mana fincaanii kan qabu - Baalkoonii bashannanaa guddaa 2nd Floor:Darbii 2ffaa irratti - Kutaa ciisichaa gurguddaa lama - Mana fincaanii guutuu tokko 3rd Floor: Darbii 3ffaa irratti - Kutaa ciisichaa guddicha - Mana fincaanii guutuu fi kutaa uffannaa - Kutaa ciisichaa tokko fi barandaa baay’ee bal'aa - Kuusaa bishaanii(taankarii) Liitira 2,500 fi sarara soolaarii kutaalee hundaaf diriirfame qaba. Gatiin: 25M kan jedhamu yoo ta'u irratti ni marii'atama. Commission: 2% Bilbila